Sagantaa Torban Waxabajjii 29 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 29 JALQABU
Faarfannaa 43 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 7, key. 1-8 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 3-6 (Daq. 8)
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Guyyoota durii yaadadhu.”—Kes. 32:7.
Daq. 15: Barreeffama Jiʼa Adoolessaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barreeffama raabsamu sanaa ibsi; achiis hojiin argisiisni babalʼisaan tokko akkaataa dhiheenyaa ilaalchisee babalʼisaa haaraa tokko yeroo gargaaru argisiisu akka dhihaatu godhi.
Daq. 15: Guyyoota Durii Yaadachuuf Kitaaba Waggaa 2015tti Fayyadamaa. Mareedhaan kan dhihaatu. “Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergame” gabaabsii ibsi. Gabaasa addunyaa maraa irraa wanta isaan dinqisiise akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri. Hundi isaanii Kitaaba Waggaa dubbisanii akka xumuran jajjabeessi.
Faarfannaa 14 Fi Kadhannaa