Sagantaa Torban Adoolessa 20 Jalqabu
TORBAN ADOOLESSA 20 JALQABU
Faarfanna 25 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 8, key. 1-9 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 12-14 (Daq. 8)
Lakk. 1: 1 Mot. 12:21-30 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Yihowaa Waaqeffachuu Kan Qabnu Akkamitti?—cl 377-378 (Daq. 5)
Lakk. 3: Macaafni Qulqulluun Abbootii Manaafi Abboota Gargaaruu Kan Dandaʼu Akkamitti?—igw ful. 26 key.1-2 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo JiʼIchaa: ‘Dhaqaa bartoota koo godhaa.’—Mat. 28:19, 20.
Daq. 20: Ijoolleen Keessan Bartoota Akka Taʼan Gargaaruuf, Seenaawwan Macaafa Qulqulluu Fakkiidhaan Ibsamanitti Fayyadamaa. Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkiidhaan ibsamee fi “Waaqayyo Musee Gara Gibxiitti Erge” (Amaariffaanis ni argama. jw.org/am irratti የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > ልጆች jalatti argama.) jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni hordofuu akka dandaʼan fakkicha iskiriiniidhaan itti argisiisi. Yoo dandaʼame, ijoolleen qaamota seenicha irratti ibsaman bakka buʼanii akka dubbisan ramadi. Achiis, warra isaanii heyyama gaafadhuutii, ijoollee filattu gara waltajjiitti waamiitii gaaffii saanduqa keessa jiruu fi “Seenaa Kana Irraa Maal Baranna?” jedhu irratti akka mariʼatan godhi. Warri ijoolleen isaanii bartoota akka taʼan gargaaruuf meeshaa kanatti akka fayyadaman jajjabeessuudhaan xumuri.
Daq. 10: Saanduqa Gaaffii. Mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 10 Fi Kadhannaa