Sagantaa Torban Hagayya 24 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 24 JALQABU
Faarfannaa 44 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 9, key. 17-21, saanduqa ful. 112 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 5-8 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Mot. 6:20-31 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Caaffanni Qulqullaaʼoon Afaan Ibrootaa (Kakuu Moofaan) Ergaa Akkamii Qabataniiru?—igw ful. 30 (Daq. 5)
Lakk. 3: “Tuuta Duukaa” Hin Buʼin—w11 7/15 ful. 10, key. 3–ful. 12, key. 8 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Anii fi maatiin koo Yihowaa tajaajilla.” —Iya. 24:15, NW.
Daq. 15: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 15: Qayyabannaa Maatii Keessan Fooyyessuu Kan Dandeessan Akkamitti? Tajaajila Mootummaa Amajjii 2011 fuula 6 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Pirojektiiwwan Waaqeffannaa Maatii adda addaa Weeb saayitii jw.org irratti baʼan irratti akka xiyyeeffatan godhi (Amaariffaanis ni argama. Mata duree የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > ልጆች jedhu jalaa ilaali.) Waaqeffannaan maatii tokkummaa maatichaa kan cimsu, amantii Yihowaa fi abdiiwwan inni kenne irratti qaban kan cimsu taʼuu akka qabu addeessi.
Faarfannaa 1 Fi Kadhannaa