Sagantaa Torban Hagayya 31 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 31 JALQABU
Faarfannaa 11 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 10, key. 1-10 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 9-11 (Daq. 8)
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Anii fi maatiin koo Yihowaa tajaajilla.” —Iya. 24:15, NW.
Daq. 10: Jiʼa Eblaatti Barruulee Raabsaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa kennamanitti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Achiis tokkoon tokkoon akkaataa dhiheenyaa irratti mariʼadhaa.
Daq. 10: “Yeroodhaan Nyaata” Argachaa Jirtaa? Haasaa mata duree Masaraa Eegumsaa Hagayya 15, 2014, fuula 3-5irratti hundaaʼee dhihaatu. Nyaata hafuuraa isaaniif dhihaate akka gaariitti akka itti fayyadaman hunduma isaanii jajjabeessi.
Daq. 10: Waggaa Tajaajilaa 2016f Galmawwan Hafuuraa Akkamii Baafattaniittu? Kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼe (Amaariffa) jedhamu fuula 118, keeyyata 3 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisa haati manaa fi abbaan manaa tokko waggaa tajaajilaa haaraadhaaf galmawwan hafuuraa baafatan irratti yommuu mariʼatan argisiisu akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 10 Fi Kadhannaa