Sagantaa Torban Fulbaana 21 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 21 JALQABU
Faarfannaa 47 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 11 key. 1-7 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 19-22 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Mot. 20:12-21 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Yihowaan Sabasaa Walaba Baaseera, Eegeeras—w07 11/1 ful. 13, key. 5–ful. 14, key. 8 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yesusitti Amanuun Qofti Gaʼaa Miti—td 22C (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Misiraachoo Guutummaatti Dhugaa Baʼuu.’—HoE. 20:24, NW.
Daq. 10: Waggaa Tajaajilaa Darbe Keessatti Sochiin Tajaajila Irratti Goone Maal Fakkaata Ture? Haasaa ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Sochii gumichi waggaa darbe tajaajila irratti godhe dubbadhu. Wantoota gaggaarii raawwataman irratti xiyyeeffachuudhaan gumicha galateeffadhu. Wanta gumichi waggaa kanatti fooyyessuu qabu tokko ykn lama caqasi; achiis yaada kana gochuuf gargaaru dubbadhu.
Daq. 10: Guutummaatti Dhugaa Baʼuun Buʼaa Argamsiisa. Kitaaba Waggaa 2015 (Ingiliffa) fuula 54, keeyyata 1; fuula 56, keeyyata 2 hanga fuula 57, keeyyata 1; akkasumas fuula 63, keeyyata 2 hanga fuula 64, keeyyata 1 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Tokkoon tokkoon muuxannoo irratti erga mariʼattan booda, dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: “Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 54 Fi Kadhannaa