LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/15 ful. 4
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 5 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 5 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 5 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 9/15 ful. 4

Sagantaa Torban Onkoloolessa 5 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 5 JALQABU

Faarfannaa 50 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 11 key. 15-21, saanduqa ful. 137 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 1-4 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Sen. 1:28-42 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Warri Ijoollee Guddisan Maal Gochuu Hin Qaban?—fy ful. 80 key. 9–ful. 81 key. 13 (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Diinonni Kiristos Utuu Lubbuudhaan Jiranii Bulchuu Jalqaba—td 23B (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Misiraachoo Guutummaatti Dhugaa Baʼuu.’—HoE. 20:24, NW.

Faarfannaa 21

Daq. 10: Jiʼa Onkoloolessaatti Barruulee Raabsuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Jalqaba hojiin argisiisni akkaataa dhiheenyaa lamaanitti fayyadamuudhaan yeroo barreeffama raabsan argisiisu akka dhihaatu godhi. Achiis akkaataawwan dhiheenyaa kana jalqabaa hanga dhumaatti irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni mata duree, “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Naannoo Daldalaatti Dhugaa Baʼuu” jedhu hojii irra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Akkasumas, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.

Faarfannaa 44 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi