LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/15 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 9/15 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Fulbaanaa fi Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! Sadaasaa fi Muddee: Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamuu fi tiraaktota armaan gadii keessaa tokko: Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? (T- 30), Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-31), Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha? (T-32), Addunyaa Kana Kan Toʼatu Eenyudha? (T-33), Rakkinni Ni Badaa? (T-34), Namoonni Duʼan Deebiʼanii Jiraachuu Dandaʼuu? (T-35), Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? (T-36).

◼ Haasaan sabaa addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2016, torban Bitootessa 28 jalqabutti dhihaata. Mata dureen haasaa kanaa yeroo booda kan beeksifamu taʼa. Gumiiwwan torban sana daawwataa ol aanaa aanaatiin daawwataman ykn walgaʼii aanaa qaban, haasaa addaa kana torbee itti aanutti fudhatu. Gumii kamitti iyyuu haasaa kun Bitootessa 28 dura dhihachuu hin qabu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi