LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/15 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2015
km 9/15 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee

“Jireenya keessatti wantoonni hin eegamne waan nu mudataniif, gorsa Yesus dhiphina dandaʼanii jiraachuu ilaalchisee kenne hojii irra oolchuun kan dandaʼamu sitti fakkaataa? [Maatewos 6:25 dubbisi. Achiis hanga deebii kennutti eegi.] Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun qajeelfamawwan Macaafa Qulqulluu hojii irra oolchuun, dhiphina rakkina qarshii, rakkina maatii fi rakkina dhuunfaatiin kan kaʼe nu mudatu hirʼisuuf akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu ibsa.”

Dammaqaa! Onkoloolessa-Muddee

“Namoonni hedduun yaada jiraachuuf qarshiin barbaachisaa dha jedhu irratti walii galu. Haa taʼu malee, waaʼee qarshii garmalee dhiphachuun balaa guddaa kan qabu sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Gama kanaan akeekkachiisa Macaafni Qulqulluun kennu hubadhu. [1 Ximotewos 6:9 dubbisi.] Barruun kun, qarshiidhaaf ilaalcha madaalamaa qabaachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi