LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/15 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 9/15 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Duulli afeerraa Ayyaana Yaadannoo waggaa kanaa kan jalqabe Sanbadduraa, Bitootessa 7, 2015⁠tti ture. Karaawwan sadiin isa yeroo kam iyyuu caalaa lakkoofsi haaraa akka argame gabaasa yommuu goonu gammachuutu nutti dhagaʼama: Buukleetonni 415,417, barruuleen 126,189 raabsamaniiru; akkasumas deddeebii gaaffii 133,635 godhameera. Akkasumas, Bitootessa 2015⁠tti, babalʼistoonni 2,123 taʼan qajeelchaa gargaaraa taʼuudhaan tajaajila isaanii babalʼisuu dandaʼuu isaanii yommuu gabaasnu gammachuutu nutti dhagaʼama. Akkuma karaawwan sadan kanaan lakkoofsi haaraan isa yeroo kam iyyuu caalaa argametti, jiʼa sochiin addaa itti godhame kanaaf deebiin guddaan akka kenname arguun baayʼee nama gammachiisa!—Far. 110:3.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi