LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/15 ful. 3
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 26 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 26 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 26 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 10/15 ful. 3

Sagantaa Torban Onkoloolessa 26 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 26 JALQABU

Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii:

cf boq. 12 key. 15-21 saanduqa ful. 149 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa K.Q.: 1 Sen. 12-15 (Daq. 8)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Hundee keessan gad fageeffadhaa, amantiitti dhaabamaa!’—Qol. 2:6, 7.

Faarfannaa 6

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Sadaasaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Tiraaktotaa fi kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu miira hoʼaadhaan akka raabsan kakaasi. Tajaajila Mootummaa Ebla 2014 mata duree “Tiraaktota Bifa Haaraatiin Qophaaʼan!” jedhu irraa qabxiiwwan barbaachisoo taʼan gabaabsii ibsi. Hojiin argisiisni naannoo keessaniif taʼu akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Dubbiin Waaqayyoo Jireenya Keessan Jijjiiraa Jiraa?” Haasaadhaan kan dhihaatu. Seensa gabaabaa booda, dubbisa Kitaaba Qulqulluu haala diraamaatiin mata duree, ““Yommuu Yihowaan Isin Sirreessu Abdii Hin Kutatinaa!” jedhuun qophaaʼe jw.org irraa taphachiisi. Dubbii Waaqayyoo irratti xiinxaluun seerawwan buʼuuraa dhuunfaatti hojii irra oolchuu dandeenyu addaan baasuuf nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe addeessi. Dubbisa haala diraamaatiin qophaaʼee fi jw.org irratti argamu irraa faayidaa akka argatan hunda isaanii jajjabeessuudhaan xumuri.

Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi