LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/15 ful. 3
  • Dubbiin Waaqayyoo Jireenya Keessan Jijjiiraa Jiraa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dubbiin Waaqayyoo Jireenya Keessan Jijjiiraa Jiraa?
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dubbisuuf Carraaqqii Godhi
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Macaafa Qulqulluu Dubbisuudhaan Faayidaa Argadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Dubbii Waaqayyoo Dubbisuudhaan Gammadi
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Dhimmoota Hafuuraa Irratti Xiinxaluu Keessan Itti Fufaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2015
km 10/15 ful. 3

Dubbiin Waaqayyoo Jireenya Keessan Jijjiiraa Jiraa?

Guyyaa guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu dubbisuun ‘hundee gad fageeffachuu fi amantiitti dhaabamuuf nu gargaara.’ (Qol. 2:6, 7) Haa taʼu malee, Dubbiin Yihowaa jireenya keenya akka jijjiiruuf, seerawwan buʼuuraa isaa irratti xiinxaluu fi hojii irra oolchuu qabna. (Ibr. 4:12; Yaq. 1:22-25) Iyaasuun 1:8 duraa duuba dubbisaa buʼa qabeessa taʼe sadii ibsa: (1) Dubbii Waaqayyoo “halkanii fi guyyaa” dubbisi. (2) “Sagalee kee gad qabii” [NW] dubbisi; jechuunis karaa yommessaa fi haala isaa irratti xiinxaluu fi ija qalbii keetiin ilaaluuf si dandeessisuun dubbisi. (3) “Wanta isa keessatti caafame hundumaa” garaa guutuudhaan hojii irra oolchi. Yaadawwan kana hojii irra oolchuun keenya jireenya keenya keessatti, ‘karaan keenya akka nuuf qajeelu, wanti goonus akka wal nuuf qixxaatu’ godha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi