Sagantaa Torban Sadaasa 2 Jalqabu
TORBAN SADAASA 2 JALQABU
Faarfannaa 18 fi Kadhannaa
Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii:
cf boq. 13 key. 1-8 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa K.Q.: 1 Sen. 16-20 (Daq. 8)
Lakk. 1: 1 Sen. 17:15-27 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Mallattoowwan Guyyoota Gara Dhumaa Dammaqinaan Hordofuu—td 24B (Daq. 5)
Lakk. 3: Olola Seexanaa Irraa Of Eegaa!—w10 2/15 ful. 19 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Hundee keessan gad fageeffadhaa, amantiitti dhaabamaa!’—Qol. 2:6, 7.
Daq. 10: Jiʼa Sadaasaatti Barruulee Raabsaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa lamaan kennamanitti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni barruuleen kun akkamitti akka raabsaman argisiisu akka dhihaatu godhi. Achiis tokkoon tokkoon akkaataa dhiheenyaa irratti mariʼadhaa.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni mata duree, “Dandeettii Tajaajila irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Barsiifata Qayyabannaa Gaarii Akka Qabaatan Gargaaraa” jedhu hojii irra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Akkasumas, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.
Faarfannaa 140 fi Kadhannaa
Hubachiisa: Jalqaba muuziqaa isaa qofa dhageessisaa; achiis gumichi faarfannaa haaraa sana muuziqaa isaa wajjin haa faarfatu.