Sagantaa Torban Sadaasa 16 Jalqabu
TORBAN SADAASA 16 JALQABU
Faarfannaa 6 fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 13 key. 18-21, saanduqa ful. 162 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 26-29 (Daq. 8)
Lakk. 1: 1 Sen. 29:20-30 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Jireenyi Samii Namoota Qaama Kiristos Taʼaniif Qofa Kan Murtaaʼedha—td 25B (Daq. 5)
Lakk. 3: Hiriyoonni Gaaʼelaa Fakkeenya Elsaabexii Fi Zakaariyaas Irraa Barumsa Maalii Argatu?—w11 1/15 ful. 13 key. 5–ful. 14 key. 10 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Ani nan dhaabe, Apholos bishaan obaase, Waaqayyo garuu in guddise.”—1 Qor. 3:6.
Daq. 10: Namoota Fedhii Qaban ‘Bishaan Obaasuu’ Keessan Itti Fufaa. (1 Qor. 3:6-8) Qajeelchaa tokkoo fi babalʼisaa tokkoof gaafannoo godhi. Sagantaa deddeebii gaaffii itti godhan qabuu? Deddeebii gaaffii gochuudhaaf kan qophaaʼan akkamitti? Namicha yoo manatti argachuu baatan maal godhu? Muuxannoo gaarii akkamii argatan?
Daq. 20: “Wantoota Sagaleedhaan Waraabamanitti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni wantoota sagaleedhaan qophaaʼan jw.org irraa akkamitti argachuu akka dandaʼan ibsi. Akka fakkeenyaatti wanta tokko dhageessisi. Muuxannoon Tajaajila Mootummaa Sadaasa 2014 mata duree, “UTajaajilarratti Weeb Saayitii Keenyatti Fayyadamaa—‘Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu’” jedhu keessatti dhihaate hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa