Sagantaa Torban Muddee 21 Jalqabu
TORBAN MUDDEE 21 JALQABU
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 15, key 8-16 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 20-24 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Sen. 20:13-20 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Asteer—Mootuu Ija Jabeettii—w12 2/15 ful. 13, key. 14-15 (Daq. 5)
Lakk. 3: Kiristiyaanonni Hiriyaa Gaaʼelaa godhachuu Kan Qaban Kiristiyaanota Qofa Dha—td 26D (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Gidiraa baayʼee keessa darbuudhaan mootummaa Waaqayyootti galuun nuuf in taʼa.”—HoE. 14:22.
Daq. 5: Saanduqa Gaaffii. Haasaadhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Arjummaa Yihowaatiif Dinqisiifannaa Akka Qabdan Argisiisaa. Haasaa Masaraa Eegumsaa Sadaasa 15, 2015, fuula 14-15 irratti hundaaʼee fi jaarsa gumiitiin dhihaatu.
Daq. 15: Akka Bofaa Afchaala Taʼaa, Akka Gugees Garraamii Taʼaa! (Mat. 10:16) Kitaaba Waggaa 2015, (Ingiliffa) fuula 72, keeyyata 5 hanga fuula 73, akkasumas fuula 111-116 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 137 fi Kadhannaa