LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/15 ful. 3
  • Saanduqa Gaaffii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoota Kitaaba Qulqulluu Guddina hin Argisiisne Qoʼachiisuu Dhiisuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Ija Jabina Qabaadhu
    Namoota Jaalladhu—Barattoota Godhi
  • ‘Amantii Keessa Jabaatanii Akka Dhaabatan’ Isaan Gargaaraa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Namoota Macaafa Qulqulluu Qayyabsiistan ‘Lubbuu Keessan Isaaniin Ga’aa’
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2015
km 12/15 ful. 3

Saanduqa Gaaffii

◼ Nama Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiisnu Qoʼachiisuu Dhaabuun Sirrii Kan Taʼu Yoomi?

Namni qoʼachiistan tokko karaa hafuuraa guddina hin godhu yoo taʼe, isa qoʼachiisuu keessan malaan addaan kutuu qabdu taʼa. (Mat. 10:11) Kana irratti yaadaa: Beellama qoʼannaa isaa ni eegaa? Qoʼannaa isaatiif dursee ni qophaaʼaa? Walgaʼiiwwan gumii tokko tokko irratti ni argamaa? Wanta barachaa jiru namoota kaanitti ni himaa? Seera buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wajjin haala wal simuun jijjiirama gochaa jiraa? Namoonni garaa garaa saffisni guddina itti godhan garaa gara akka taʼe hubachuudhaan umurii fi dandeettii isaa tilmaama keessa galchuu akka qabdan beekamaa dha. Isa qoʼachiisuu erga dhiistanii boodas gara fuulduraatti qoʼannaa isaa itti fufuu akka dandaʼu ifa godhaafii.—1 Xim. 2:4.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi