LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/15 ful. 4
  • Sagantaa Torban Muddee 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 12/15 ful. 4

Sagantaa Torban Muddee 28 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 28 JALQABU

Faarfannaa 6 fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 15, key. 17-20, saanduqa ful. 187 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 25-28 (Daq. 8)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Gidiraa baayʼee keessa darbuudhaan mootummaa Waaqayyootti galuun nuuf in taʼa.”—HoE. 14:22.

Faarfannaa 31

Daq. 15: Obboloota Keessaniif Kadhadhaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin Ergamootaa 12:1-11 akka dubbifamu gochuudhaan jalqabi. Kitaaba Guutummaatti Dhugaa Baʼuu (Amaariffa) jedhamu fuula 77-80, keeyyata 5-12 irraa yaadawwan barbaachisaa taʼan ilaalaa. Achiis, jw.org irraa gabaasa haaraa mata duree “Newsroom” jedhu jalatti baʼe caqasi. Obboloota addunyaa mara irra jiraniif yoo dandaʼame maqaadhaan caqasuudhaan kadhannaa akka dhiheessan hunda isaanii jajjabeessi.—2 Qor. 1:11; 1 Xim. 2:1, 2.

Daq. 15: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Faarfannaa 50 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi