Bitootessa 28–Ebla 3
Iyoob 11-15
Faarfannaa 12 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Iyoob Abdii Duʼaa Kaʼuu Irratti Amantii Cimaa Qaba Ture”: (Daq. 10)
Iyo 14:1, 2—Iyoob, haala yeroo ammaatti ilmaan namootaa keessa jiran walumaa galatti ibseera (w15-AM 3/1 ful. 3; w10-AM 5/1 ful. 5 key. 2; w08 4/1 ful. 3 key. 3)
Iyo 14:13-15b—Iyoob Yihowaan akka isa hin irraanfanne beeka ture (w15-AM 8/1 ful. 5; w14 4/1 ful. 7 key. 3; w11 4/1 30 key. 2-4)
Iyo 14:15a—Yihowaan namoota amanamummaadhaan isa waaqeffataniif bakka guddaa kenna (w15-AM 8/1 ful. 7 key. 3; w14 6/15 ful. 14 key. 12; w11 4/1 ful. 30 key. 3-6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iyo 12:12—Kiristiyaanonni maanguddoo taʼan obboloota umuriidhaan isaanii gad taʼan gargaaruu kan dandaʼan maaliifi? (g99-E 7/22 11, saanduqa)
Iyo 15:27—Eliifaaz, fuulli Iyoob “coomaan bobbokokeera” yeroo jedhu maal jechuu isaa ture? (it-1-E 802 key. 4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 14:1-22 (Daq. 4 ykn isaa gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: fg barumsa 13 key.1—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)
Deddeebii Gaaffii: fg barumsa 13 key. 2—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: fg barumsa 13 key. 3-4 (Daq. 6 ykn isaa gad)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 5)
“Abdii Duʼaa Kaʼuu Furichi Argamsiise”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Walgaʼii Naannoo 2014 “Mootummaa Waaqayyoo Barbaachuu Keessan Itti Fufaa!” jedhamu irratti dhihaatee ture taphachiisuudhaan xumuri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 2 key. 1-12 (Daq. 30)
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 48 fi Kadhannaa