Faarfannaa 55
Dhumarratti Jireenya Barabaraa Arganna!
1. Argituu fuuldurattii?
Waliin jiraanna nuutii,
Nagaa guddaa argannaa!
Rakkoorraa furamnaa.
(WALLEE)
Gammachuun faarfannaa!
Beeknaa dirgoo qabnaa.
Abdii jireenyaa sanaaf,
Ammuma qophoofnaa!
2. Duulloomaan ni lalisaa,
Akkuma dargaggeessaa.
Gaddin badaa sii achii,
Sodaafi boo’ichi.
(WALLEE)
Gammachuun faarfannaa!
Beeknaa dirgoo qabnaa.
Abdii jireenyaa sanaaf,
Ammuma qophoofnaa!
3. Huundinuu jannatattii
Waaqayyoon ni faarfataa.
Uumaa waaqaaf lafaatiif
Galata galfataa.
(WALLEE)
Gammachuun faarfannaa!
Beeknaa dirgoo qabnaa.
Abdii jireenyaa sanaaf,
Ammuma qophoofnaa!
(Dabalataan Iyo. 33:25; Far. 72:7; Mul. 21:4 ilaali.)