LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Adoolessa ful. 7
  • Adoolessa 25-31

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 25-31
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Adoolessa ful. 7

Adoolessa 25-31

FAARFANNAA 79-86

  • Faarfannaa 138 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Qaamni Jireenya Keessan Keessatti Bakka Guddaa Qabu Eenyu?”: (Daq. 10)

    • Far 83:1-5—Wanti iddoo guddaa kennuufii qabnu maqaa Yihowaa fi ol aantummaa isaa ti (w08 10/15 13 key. 7-8)

    • Far 83:16—Jabaannee dhaabachuu fi obsaan dandaʼuun keenya Yihowaadhaaf ulfina fida (w08 10/15 15 key. 16)

    • Far 83:17, 18—Qaamni uumama cufa keessatti bakka guddaa qabu Yihowaa dha (w11 5/15 16 key. 1-2; w08 10/15 15-16 key. 17-18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 79:9—Caqasni kun waaʼee kadhannaa maal nu barsiisa? (w06-AM 7/15 12 key. 5)

    • Far 86:5—Yihowaan ‘dhiifama kan godhu’ akkamitti? (w06-AM 7/15 12 key. 9)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 85:8–86:17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) fg barumsa 7 key. 1

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) fg barumsa 7 key. 3

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 7 key. 7-8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 12

  • Waaqayyo Maqaa Qabaa?: (15 min.) Viidiyoo jw.org irratti argamu taphachiisuudhaan jalqabi. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > KITAABOTAAFI BIROOSHUROOTA jalaa birooshura Misiraachoo baasi. Viidiyichi barumsa “Waaqayyo Eenyudha?” jedhu jalatti argama.) Achiis gaaffilee armaan gadii irratti mariʼadhaa: Karaa al idilee taʼeen, iddoo namoonni baayʼatanitti, akkasumas manaa gara manaatti yommuu lallabnu viidiyoo kanatti akkamitti fayyadamuu dandeenya? Viidiyoo kanatti fayyadamuudhaan muuxannoo gaarii akkamii argattan?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 10 key. 12-21, irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 143 fi Kadhannaa

    Hubachiisa: Gumichi faarfannaa haaraa kana faarfachuu isaa dura, al tokko muuziqaa faarfannichaa guutummaa isaa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi