LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Fulbaana ful. 6
  • Fulbaana 26–Onkoloolessa 2

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 26–Onkoloolessa 2
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Fulbaana ful. 6

Fulbaana 26–Onkoloolessa 2

Faarfannaa 142-150

  • Faarfannaa 55 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee Kan Jajamuu Dha”: (Daq. 10)

    • Far 145:1-9—Guddinni Yihowaa daangaa hin qabu (w04-AM 1/15 10 key. 3-4; 11 key. 7-8; 14 key. 20-21; 15 key. 2)

    • Far 145:10-13—Namoonni Yihowaadhaaf amanamoo taʼan isa jajatu (w04-AM 1/15 key. 3-6)

    • Far 145:14-16—Yihowaan namoota isaaf amanamoo taʼan ni deggera, akkasumas ni kunuunsa (w04-AM 1/15 17-18 key. 10-14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 143:8—Caqasni kun guyyaa guyyaadhaan karaa Yihowaadhaaf ulfina fiduun jiraachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w10 1/15 21 key. 1-2)

    • Far 150:6—Caqasni dhumaa kitaaba Faarfannaa irra jiru kun dirqama nu irra jiru isa kam addeessa? (it-2-E 448)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 145: 1-21

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 1Ph 5:7—Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 37:9-11—Dhugaa Barsiisaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 9 key. 3—Baratichi wanta barate hojii irra akka oolchu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 30

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoonni Fedhii Argisiisan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Jajjabeessuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Waraqaan afeerrii walgaʼii gumii babalʼistootaaf akka hiramu godhi; achiis yaada fuula 2 irra jiru gabaabaatti irratti mariʼadhaa. Viidiyoo babalʼisaan tokko nama maamila barruu isaa taʼe walgaʼii irratti akka argamu yommuu afeeru mulʼisu argisiisi. Saanduqa “Wanta Onkoloolessatti Raabsamu: Waraqaa Afeerrii Walgaʼiiwwan Gumii” jedhu irratti mariʼachuudhaan kuticha xumuri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 15 key. 1-14 saanduqa ful. 160

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 11 fi Kadhannaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi