BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 142-150
“Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee kan Jajamuu Dha!”
Daawit guddinni Yihowaa daangaa akka hin qabne hubachuun isaa, bara baraaf Isa jajachuuf isa kakaaseera
Akkuma Daawit tajaajiltoonni Yihowaa amanamoo taʼanis, guyyaa guyyaadhaan namootaa wajjin yommuu haasaʼan waaʼee gochawwan isaa dinqisiisoo taʼanii ni dubbatu
Daawit, Yihowaan tajaajiltoota isaa hunda kunuunsuuf fedhiis taʼe dandeettii akka qabu mirkanaaʼaa ture