LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 150
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Wanti hafuura baafatu hundi Yaahiin haa jajatu

        • Halleeluyaah! (1, 6)

Faarfannaa 150:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

  • *

    Ykn., “jabina isaatiif ragaa baʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 19:6
  • +Fr 116:19
  • +Fr 19:1

Faarfannaa 150:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:15; Mul 15:3
  • +Kes 3:24; Fr 145:3

Faarfannaa 150:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 81:3
  • +1Se 15:28

Faarfannaa 150:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “faaggaadhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:20
  • +Fr 92:1, 3; 144:9
  • +1Sa 10:5

Faarfannaa 150:5

Miiljaleewwan

  • *

    Siimbaaliin meeshaa muuziqaa sibiila irraa hojjetamuu fi yeroo walitti rukutamu sagalee guddaa dhageessisu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 6:5; 1Se 15:19; 16:5

Faarfannaa 150:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 5:13

Yaada Wal Simu

Far. 150:1Mul 19:6
Far. 150:1Fr 116:19
Far. 150:1Fr 19:1
Far. 150:2Fr 107:15; Mul 15:3
Far. 150:2Kes 3:24; Fr 145:3
Far. 150:3Fr 81:3
Far. 150:31Se 15:28
Far. 150:4Bau 15:20
Far. 150:4Fr 92:1, 3; 144:9
Far. 150:41Sa 10:5
Far. 150:52Sa 6:5; 1Se 15:19; 16:5
Far. 150:6Mul 5:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 150:1-6

Faarfannaa

150 Yaahiin jajadhaa!*+

Iddoo isaa isa qulqulluu keessatti Waaqayyoon jajadhaa.+

Samii isa jabina isaa mulʼisu* keessatti isa jajadhaa.+

 2 Hojiiwwan isaa warra jajjaboo taʼaniif isa jajadhaa.+

Guddina isaa isa gita hin qabneef isa jajadhaa.+

 3 Sagalee xurumbaa+ dhageessisuudhaan isa jajadhaa.

Meeshaa muuziqaa ribuu qabuu fi baganaadhaan+ isa jajadhaa.

 4 Dibbeedhaan,+ walitti marsitanii shubbisaas isa jajadhaa.

Meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii+ fi ululleedhaan*+ isa jajadhaa.

 5 Siimbaalii* sagalee guddaa qabuun isa jajadhaa.

Siimbaalii walitti rukutamuun+ isa jajadhaa.

 6 Wanti hafuura baafatu hundi Yaahiin haa jajatu.

Yaahiin jajadhaa.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi