LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Bitootessa ful. 4

Bitootessa 20-26

ERMIYAAS 8-11

  • Faarfannaa 86 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ilmaan Namootaa Milkaaʼina Argachuu kan Dandaʼan Qajeelfama Yihowaa yoo Hordofan Qofa Dha”: (Daq. 10)

    • Er 10:2-5, 14, 15—Waaqayyoliin saba addunyaa waaqayyolii sobaa ti (it-1-E 555)

    • Er 10:6, 7, 10-13—Waaqni dhugaan Yihowaa qofa dha (w04-AM 10/1 11 key. 10)

    • Er 10:21-23—Ilmaan namootaa qajeelfama Yihowaa yoo hordofan malee milkaaʼina argachuu hin dandaʼan (w15 10/1 15 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 9:24—Of jajuu fi boonuun gaarii taʼe isa kami dha? (w13 1/15 20 key. 16)

    • Er 11:10—Samaariyaan Dh.K.D. bara 740⁠tti kan balleeffamte taʼus, Ermiyaas murtoo dabarse irratti mootummaa Israaʼel kaabaa isa gosa kurnan qabate kan dabale maaliifi? (w07-AM 3/15 9 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 11:6-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Waraqaa afeerrii fi fuula jalqabaa wp17.2—Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Waraqaa afeerrii fi fuula jalqabaa wp17.2—Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) ld ful. 4-5 (Tarii baratichi fakkii isa kam irratti mariʼachuu akka barbaadu filachuu dandaʼa.)—Nama haasofsiiste Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 72

  • “Waaqayyoon Dhaggeeffadhu—Akkamitti Itti Fayyadamna?”: (Daq. 15) Mata duricha irratti daqiiqaa shaniif mariʼachuudhaan jalqabi. Achiis, viidiyoo barataa Kitaaba Qulqulluu tokkoo wajjin fuula 8⁠ffaa fi 9⁠ffaa birooshurichaa irratti mariʼachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisu erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa. Baratichi, birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamutti yommuu fayyadamu, barsiisichi immoo birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamutti fayyadamuu dandaʼa. Dhaggeeffattoonni birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu baasanii akka hordofan afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 3 key. 1-12 fi “Kutaa 1—Dhugaa Mootummichaa—Nyaata Hafuuraa Raabsuu”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 26 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi