BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 8-11
Ilmaan Namootaa Milkaaʼina Argachuu kan Dandaʼan Qajeelfama Yihowaa yoo Hordofan Qofa Dha
Ilmaan namootaa dandeettiis taʼe mirga ofiin of bulchuu hin qaban
Tiksitoonni hafuuraa Israaʼel qajeelfama Yihowaa utuu hin gaafatin waan hafaniif sabichi ni bittinnaaʼe
Namoonni qajeelfama Yihowaa hordofan nagaa, gammachuu fi badhaadhina argatu