ADOOLESSA 17-23
HISQI’EL 18-20
Faarfannaa 125 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Dhiifama Yommuu Godhu ni Irraanfata Jechuu Dhaa?”: (Daq. 10)
His 18:19, 20—Yihowaan namoota hunda gocha raawwataniif isaan gaafata (w12 10/1 14 key. 2)
His 18:21, 22—Yihowaan nama qalbii isaa jijjiirrateef dhiifama gochuuf qophaaʼaa dha, dhiifama erga godhee boodas cubbuu kanaan dura raawwateen nama sana hin adabu (w12 10/1 14 key. 3-7)
His 18:23, 32—Yihowaan hamoota irratti badiisa kan fidu akka filannaa dhumaatti dha (w08-AM 4/1 8 key. 4; w06 12/1 28 key. 11)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 18:29—Israaʼelonni waaʼee Yihowaa ilaalcha dogoggoraa kan qabaatan maaliifi? Nuti hoo dogoggora wal fakkaatu raawwachuu irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti? (w13 8/15 11 key. 9)
His 20:49—Namoonni, Hisqiʼel “fakkeenyaan dubbata” jedhanii kan yaadan maaliifi? Kun hoo akeekkachiisa akkamii nuuf taʼa? (w07-AM 7/1 14 key. 3)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 20:1-12
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 1Yo 5:19—Dhugaa Barsiisaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 3:2-5—Dhugaa Barsiisaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (mwb16.08 8 key. 2 ilaali.)
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w16.05 32—Mata duree: Yeroo Namni Gumiidhaa Baafame Tokko Deebiʼuu Isaa Beeksisni Himamu, Gumichi Gammachuu Isaa Ibsuu Kan Dandaʼu Akkamitti?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Ofiif Dhiifama ni Gootaa?”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Murtoo Yihowaa Amanamummaadhaan Deggeraa—Dhiifama Godhaa jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi.
Gaaffii Dargaggoonni Gaafatan—Yommuun Balleessu Maal Gochuun Qaba?: (Daq. 5) Mata duree “Gaaffii Dargaggoonni Gaafatan—Yommuun Balleessu Maal Gochuun Qaba?” jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Mata duree “Utuu Si Taʼee Maal Goota Turte?” jedhuu fi kutaa sagaleedhaan waraabame taphachiisuudhaan jalqabi (jw.org/om jalaa kutaa BARUMSA KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA jedhu jalatti argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 9 key. 1-9 fi chaartii “Guddina Addunyaa Maratti Argame”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 44 fi Kadhannaa