LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Adoolessa ful. 5
  • Yihowaan Dhiifama Yommuu Godhu ni Irraanfata Jechuu Dhaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Dhiifama Yommuu Godhu ni Irraanfata Jechuu Dhaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhiifamni Yihowaa Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Yihowaan Dhiifama Akka Siif Godhe Amani
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Waaqa ‘Dhiifama Gochuuf Qophaaʼaa’ Taʼe
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Waaqayyo Dhiifama Naa Godhaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Adoolessa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 18-20

Yihowaan Dhiifama Yommuu Godhu ni Irraanfata Jechuu Dhaa?

18:21, 22

  • Yihowaan cubbuu keenya yommuu nuuf dhiisu, sababbii cubbuu sanaatiin lammata nu hin adabu.

Fakkeenyonni Kitaaba Qulqulluu armaan gadii araara Yihowaa irratti amantii akka qabaannu nu gargaaru.

Daawit Mooticha

Daawit Mootichi dogoggora hojjeteen garmalee yommuu dhiphatu
  • Cubbuun inni raawwate maali dha?

  • Wanti dhiifama gochuuf bʼuura taʼe maali dha?

  • Yihowaan dhiifama akka godhe kan argisiise akkamitti?

Minaasee Mooticha

Minaasee Mootichi dhiifama Yihowaa argachuuf yommuu kadhatu
  • Cubbuun inni raawwate maali dha?

  • Wanti dhiifama gochuuf bʼuura taʼe maali dha?

  • Yihowaan dhiifama akka godhe kan argisiise akkamitti?

Pheexiros Ergamaa

Pheexiros ergamaan erga Yesuusiin ganee booda yommuu garmalee dhiphatu
  • Cubbuun inni raawwate maali dha?

  • Wanti dhiifama gochuuf bʼuura taʼe maali dha?

  • Yihowaan dhiifama akka godhe kan argisiise akkamitti?

Karaawwan ani akka Yihowaa dhiifama itti gochuu dandaʼu:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi