LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Fulbaana ful. 3
  • Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Seerri Mana Qulqullummaa Kana Dha”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • ‘Waaʼee Mana Qulqullummaa Ibsi’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Manni Qulqullummaa Hisqiʼel Mulʼataan Arge Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Waaqeffannaa Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennuu kan Qabdu Maaliifi?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Fulbaana ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 42-45

Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!

Mulʼanni Hisqiʼel mana qulqullummaa ilaalchisee arge, haftee Yihudoota amanamoo taʼaniif waaqeffannaa qulqulluun deebiʼee akka hundeeffamu isaaniif mirkaneesseera. Akkasumas Yihowaan waaqeffannaa qulqulluudhaaf ulaagaa guddaa akka barbaadu isaan hubachiiseera.

Lubni tokko Israaʼeloota walitti qabaman Seericha yommuu barsiisu, jaarsi tokko walgaʼii irratti Kitaaba Qulqulluu irraa yommuu barsiisu

Luboonni ulaagaawwan Yihowaa sabicha barsiisu

44:23

Fakkeenya hojjetaan amanamaanii fi ogeessi garaa garummaa wantoota qulqulluu fi qulqulluu hin taane gidduu jiru akka nu barsiise argisiisu muraasa caqasi. (kr 122-132)

Sabichi namoota isa geggeessan deggeru qaba ture

45:16

Karaawwan gumii keessatti jaarsolii itti gargaaruu dandeenyu tokko tokko maalfaʼi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi