LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Fulbaana ful. 2
  • Fulbaana 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Fulbaana ful. 2

FULBAANA 4-10

HISQI’EL 42-45

  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!”: (Daq. 10)

    • His 43:10-12—Mulʼanni Hisqiʼel mana qulqullummaa ilaalchisee arge, Yihudoonni boojuu jala jiran yaada jijjiirrachuuf akka kakaʼan gargaareera; akkasumas waaqeffannaan dhugaa sadarkaa guddaa isa duriitti akka deebiʼu isaaniif mirkaneesseera (w99-AM 3/1 8 key. 3; it-2 1082 key.2)

    • His 44:23—Luboonni, “garaagarummaa isa qulqulluu fi isa qulqulluu hin taʼin gidduu jiru” barsiisu

    • His 45:16—Sabichi, namoota Yihowaan akka isaan geggeessaniif muude ni deggera (w99-AM 3/1 10 key.10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 43:8, 9—Israaʼeloonni maqaa Waaqayyoo kan xureessan akkamitti? (it-2-E 467 key. 4)

    • His 45:9, 10—Yihowaan namoonni isa biratti fudhatama argachuu barbaadan, yeroo hunda maal akka godhan isaan irraa eega? (it-2-E 140)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 44:1-9

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 77

  • “Waaqeffannaa Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennuu kan Qabdu Maaliifi?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 11 key. 9-21

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi