BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 42-45
Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!
Mulʼanni Hisqiʼel mana qulqullummaa ilaalchisee arge, haftee Yihudoota amanamoo taʼaniif waaqeffannaa qulqulluun deebiʼee akka hundeeffamu isaaniif mirkaneesseera. Akkasumas Yihowaan waaqeffannaa qulqulluudhaaf ulaagaa guddaa akka barbaadu isaan hubachiiseera.
Luboonni ulaagaawwan Yihowaa sabicha barsiisu
Fakkeenya hojjetaan amanamaanii fi ogeessi garaa garummaa wantoota qulqulluu fi qulqulluu hin taane gidduu jiru akka nu barsiise argisiisu muraasa caqasi. (kr 122-132)
Sabichi namoota isa geggeessan deggeru qaba ture
Karaawwan gumii keessatti jaarsolii itti gargaaruu dandeenyu tokko tokko maalfaʼi?