LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Fulbaana ful. 2
  • Waaqeffannaa Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennuu kan Qabdu Maaliifi?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqeffannaa Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennuu kan Qabdu Maaliifi?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Seerri Mana Qulqullummaa Kana Dha”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • “Waaqa Kee Yihowaa Waaqeffadhu”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • ‘Waaqayyo Kennaa Isaanii Fudhateera’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Fulbaana ful. 2

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Waaqeffannaa Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennuu kan Qabdu Maaliifi?

Mulʼanni Hisqiʼel mana qulqullummaa ilaalchisee arge, waaqeffannaa qulqulluun deebiʼee akka hundeeffamu waan abdachiiseef, Yihudoota boojuudhaan fudhatamanii turan jajjabeesseera. Guyyoota dhumaa kanatti, waaqeffannaa qulqulluun “tulloota hundumaa keessaa akka isa caaluutti jabaatee in dhaabata.” Nutis saboota gosa garaa garaa hundaa keessaa walitti qabaman keessatti argamna. (Isa 2:2) Mirga Yihowaa beekuu fi isa tajaajiluuf argatte irratti ni xiinxaltaa?

EEBBA WAAQEFFANNAA QULQULLUUN ARGAMSIISU:

  • Obboleessi tokko Kitaaba Qulqulluu yommuu dubbisu

    Nyaata hafuuraa hedduu gaaffiiwwan guguddaa qabnuuf deebii argamsiisan, qajeelfamawwan gaggaarii itti jiraannuu fi abdii amansiisaa.—Isa 48:17, 18; 65:13; Rom 15:4

  • Waldaa obbolummaa jaalala qabeessa.—Far 133:1; Yoh 13:35

  • Mirga addaa Waaqayyoo wajjin hojii gammachiisaa irratti hirmaachuu.—HoE 20:35; 1Qo 3:9

  • ‘Nagaa Waaqayyoo’ isa yeroo rakkinaatti jajjabina nuuf argamsiisu.—Flp 4:6, 7

  • Qalbii qulqulluu.—2Xi 1:3

  • ‘Waaqayyoo wajjin hariiroo gaarii qabaachuu.’—Far 25:14

Waaqeffannaa qulqulluudhaaf bakka guddaa akkan kennu argisiisuu kanan dandaʼu karaawwan kamiini?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi