LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Fulbaana ful. 4
  • Fulbaana 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Fulbaana ful. 4

Fulbaana 11-17

HISQI’EL 46-48

  • Faarfannaa 139 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Eebba Israaʼeloonni Biyya Isaaniitti Deebiʼan Argatan”: (Daq. 10)

    • His 47:1, 7-12—Lafti deebifame, ija gaarii kenna (w99-AM 3/1 10 key. 11-12)

    • His 47:13, 14—Tokkoon tokkoo miseensa maatii dhaala dhuunfaa isaa argata (w99-AM 3/1 10 key. 10)

    • His 48:9, 10—Lafti sabichaaf hiramuu isaa dura, lafti ‘adda baafamee’ Waaqayyoof “kennaa” akka taʼu murteeffamuu qaba ture

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 47:1, 8; 48:30, 32-34—Yihudoonni boojuudhaa deebiʼan wanti mulʼata Hisqiʼel waaʼee mana qulqullummaa ilaalchisee dubbate, kallattiidhaan tokko tokkoon akka raawwatamu eeguu kan hin qabne maaliifi? (w99-AM 3/1 11 key. 14)

    • His 47:6—Hisqiʼel ilma ykn “mucaa namaa” kan jedhame maaliifi? (it-2-E 1001)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 48:13-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp17.5 fuula jalqabaa​—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp17.5​—Barruun sun yeroo darbe kennameera. Akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamuu fi barreeffamoota qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu ittiin geggeessinu keessaa isa tokko beeksisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 34 key. 17—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 62

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8) Akka filannaatti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb17-E 64-65)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 11 key. 22-28, saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 82 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi