FULBAANA 25–ONKOLOOLESSA 1
DAANI’EL 4-6
Faarfannaa 47 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yeroo Hunda Yihowaa ni Tajaajiltaa?”: (Daq. 10)
Dan 6:7-10—Daaniʼel utuu wal irraa hin kutin Yihowaa tajaajiluuf jecha lubbuu isaa balaadhaaf saaxiluuf fedhii akka qabu argisiiseera (w10 11/15 6 key. 16; w06 11/1 21 key. 12)
Dan 6:16, 20—Daariyos Mootichi, Daaniʼel Yihowaa wajjin walitti dhufeenya cimaa akka qabu hubatee ture (w03-AM 9/15 15 key. 2)
Dan 6:22, 23—Daaniʼel utuu wal irraa hin kutin waan isa tajaajileef Yihowaan isa eebbiseera (w10 2/15 18 key. 15)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Dan 4:10, 11, 20-22—Mukti guddaaan Nebukadnezaar abjuudhaan arge maal argisiisa? (w07-AM 9/1 18 key. 5)
Dan 5:17, 29—Daaniʼel kennaa Belshaazaar Mootichi isaaf kenne jalqaba irratti fudhachuu kan dide, booda immoo kan fudhate maaliifi? (w88-E 10/1 30 key. 3-5; dp-AM 109 key. 22)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Dan 4:29-37
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) inv
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) inv—Waraqaan afeerrii walgaʼii yeroo darbe kennameera. Akkamitti deddeebii gaaffiin akka godhamu argisiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 120 key. 16—Baratichi maatii isaa irraa mormiin irra gaʼu illee, ejjennoo isaatti jabaatee akka dhaabatu isa jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yeroo Hunda Yihowaa Akka Tajaajilan Isaan Leenjisaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Achiis, viidiyoo babalʼisaan muuxannoo qabu babalʼisaa haaraa wajjin yommuu tajaajilu argisiisu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 12 key. 9-15, saanduqoota “Akkaataan Hojiin Itti Geggeeffamu Kan Fooyyaʼe Akkamitti?” “Karaa Qaamni Olaanaan Hojii Mootummichaa Itti Raawwatu”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa