LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Fulbaana ful. 8
  • Firri Keessan Yommuu Gumiidhaa Baafamu Amanamoo Taʼaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Firri Keessan Yommuu Gumiidhaa Baafamu Amanamoo Taʼaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ofiif Dhiifama ni Gootaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • “Ati Qofti Amanamaa” Dha
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Nama Gumii Keessaa Baafame Akkamitti Ilaaluu Qabna?
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Adaba Yihowaa Deggeruudhaan Jaalala Argisiisna
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Fulbaana ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Firri Keessan Yommuu Gumiidhaa Baafamu Amanamoo Taʼaa

Viidiyoo Murtoo Yihowaa Amanamummaadhaan Deggeraa—Namoota Yaada hin Jijjiirranne Irraa Fagaadhaa (kutaa viidiyoo KITAABA QULQULLUU jalaa argama) jedhamu ilaalaa, achiis gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kennaa:

Warri Sonijaa yommuu ishiin manaa baatu ishii ilaalaa jiru; warri Sonijaa waliin Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jiru
  • Haalli amanamummaa warri Sonjaa akka qoramu taasise maali dha?

  • Amanamummaa isaanii eeganii akka itti fufan kan isaan gargaare hoo maali dha?

  • Warri Sonjaa Yihowaadhaaf amanamoo taʼuun isaanii kan ishii gargaare akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi