LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Adoolessa ful. 4
  • Ofiif Dhiifama ni Gootaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ofiif Dhiifama ni Gootaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Firri Keessan Yommuu Gumiidhaa Baafamu Amanamoo Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Yihowaa Sodaachuudhaan Gammachuu Argadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • Mana Kitaaba Harka Keessan Irra Jiru
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
  • JW Library Fayyadamaa Jirtaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Adoolessa ful. 4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Ofiif Dhiifama ni Gootaa?

Yihowaan dogoggora kanaan dura raawwanneef dhiifama kan nuuf godhe taʼu illee, ofii keenyaaf dhiifama gochuun nutti ulfaachuu dandaʼa. Walgaʼii naannoo mata duree “Yihowaadhaaf Amanamoo Taʼaa Jiraadhaa!” jedhu qabuu fi 2016 irratti goone irratti haasaa fi viidiyoon dhimma kana ibsu dhihaatee ture. Viidicha irra deebitee ilaaluuf appilikeshinii JW Library itti fayyadami, gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kennuuf yaali:

Haatii fi abbaan Sooniyaa ishii hammatanii
  • Sooniyaan yeroo hammamiitiif gumiidhaa baafamtee turte?

  • Jaarsoliin gumii, caqasawwan kamfaa Sooniyaatti argisiisan? Kun hoo kan ishii gargaare akkamitti?

  • Sooniyaan yommuu deebitu gumiin simannaa akkamii ishiidhaaf taasise?

  • Sooniyaan miirawwan akkamiii wajjin qabsoo gochuu ishii barbaachise ture? Gama kanaan abbaan ishii kan ishii gargaare akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi