AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Firri Keessan Yommuu Gumiidhaa Baafamu Amanamoo Taʼaa
Viidiyoo Murtoo Yihowaa Amanamummaadhaan Deggeraa—Namoota Yaada hin Jijjiirranne Irraa Fagaadhaa (kutaa viidiyoo KITAABA QULQULLUU jalaa argama) jedhamu ilaalaa, achiis gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kennaa:
Haalli amanamummaa warri Sonjaa akka qoramu taasise maali dha?
Amanamummaa isaanii eeganii akka itti fufan kan isaan gargaare hoo maali dha?
Warri Sonjaa Yihowaadhaaf amanamoo taʼuun isaanii kan ishii gargaare akkamitti?