LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp20 Lakk. 3 ful. 16
  • Gaaffiiwwan Kunneen Si Yaaddessuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffiiwwan Kunneen Si Yaaddessuu?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
    Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
  • Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?
    Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?
  • Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda?
    Macaafa Qulqulluudhaaf ilaalcha akkamii qabda?
  • Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha?
    Maatiin gammachuu akka argatu kan godhu maalidha?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
wp20 Lakk. 3 ful. 16

Gaaffiiwwan Kunneen Si Yaaddessanii Beekuu?

  • Moobaayiliin tokko shinii bunaa lama bira jira. Birooshurri ‘Amantii Dhugaa—Furtuu Jireenya Gammachuu Qabu Argachuuf Si Gargaaru’ jedhu moobaayilii irratti mulʼata.

    Addunyaa irra rakkoowwan hedduun kan jiraatan maaliifi?

  • Ogummaa rakkoowwan jireenya kee keessatti si mudatan furuuf si gargaaruu dandaʼu eessaa argachuu dandeessa?

  • Waaqayyo dhuunfaatti waaʼee kee ni yaadaa?—1 Pheexiros 5:6, 7.

  • Waaʼee Waaqayyoo fi waaʼee fedhii isaa caalaatti beekuu kan dandeessu akkamitti?

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman Kitaaba Qulqulluu qoʼachuudhaan gaaffiiwwan kanaaf deebii quubsaa argataniiru. Atis deebii quubsaa argachuu dandeessa.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf, birooshura Amantii Dhugaa—Furtuu Jireenya Gammachuu Qabu Argachuuf Si Gargaaru jedhamu maxxansitoota barruu kanaa irraa tola fudhachuu ykn weebsaayitii www.jw.org irraa dubbisuu dandeessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi