LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Muddee ful. 6
  • Muddee 25-31

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 25-31
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Muddee ful. 6

Muddee 25-31

MIILKIYAAS 1-4

  • Faarfannaa 131 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gaaʼelli Keessan Yihowaa ni Gammachiisaa?”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Miilkiyaas jedhamu taphachiisi.]

    • Mil 2:13, 14—Yihowaan namoota hiriyaa gaaʼelaa isaanii gowwoomsan ni jibba (jd 125-126 ¶4-5)

    • Mil 2:15, 16—Hiriyaa gaaʼelaa keessaniif amanamoo taʼaa (w02-AM 5/1 18-19 ¶19)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mil 1:10—Waaqeffannaan keenya Waaqayyoo fi namootaaf jaalala ofittummaa irraa walaba taʼe argisiisuu irratti hundaaʼuu kan qabu maaliifi? (w07-AM 12/15 27 key. 1)

    • Mil 3:1—Caqasni kun jaarraa jalqabaatti kan raawwatame akkamitti? Bara keenyatti hoo? (w13 7/15 10-11 key. 5-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mil 1:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 1Qo 15:26—Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 26:19; 2Qo 1:3, 4—Dhugaa Barsiisaa. (mwb16.08 8 key. 2 ilaali.)

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w07-AM 12/15 28 key. 1—Mata duree: Yeroo Harʼaatti Kudhan Keessaa Tokko Guutummaatti Gombisaatti Galchuu kan Dandeenyu Akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 132

  • “Jaalalli Dhugaan Maalidha?”: (Daq. 15) Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr “Kutaa 5—Barumsa Mootummichaa—Tajaajiltoota Mootichaa Leenjisuu,” boq. 16 key. 1-5, saanduqoota “Waaqeffannaa Maatii” fi “Walgaʼii Waggaatti Geggeeffamuufi Saba Waaqayyoo Tokko Godhu”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 93 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi