BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MIILKIYAAS 1-4
Gaaʼelli Keessan Yihowaa ni Gammachiisaa?
Bara Miilkiyaasitti, Israaʼeloonni hedduun sababii quubsaa hin taaneen hiriyaa gaaʼelaa isaanii hiiku turan. Yihowaan waaqeffannaa namoota hiriyaa gaaʼelaa isaanii gowwoomsanii hin fudhatu
Yihowaan namoota hiriyaa gaaʼelaa isaanii kabajaan qaban eebbiseera
Hiriyoonni gaaʼelaa haalawwan armaan gadiitiin amanamoo taʼuu kan dandaʼan akkamitti?
yaada
ija
dubbii