LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 4
  • Amajjii 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 4

Amajjii 15-21

MAATEWOS 6-7

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Hundumaa dura Mootummicha Barbaaduu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 10)

    • Mat 6:10—Kadhannaa akka fakkeenyaatti dhihaate irratti Mootummichi warra jalqaba irratti ibsaman keessaa tokko taʼuun isaa bakka guddaa akka qabu argisiisa (bhs 178 key. 12)

    • Mat 6:24—Waaqayyoo fi “qabeenyaaf” garboota taʼuu hin dandeenyu (“garbicha” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 6:24)

    • Mat 6:33—Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamoo jireenya isaanii keessatti mootummichaaf dursa kennaniif wanta barbaachisu isaaniif ni guuta (“barbaaduu keessan,” “qajeelummaa” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 6:33)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 7:12—Tajaajilaaf ittiin lixa yommuu qophoofnu caqasa kana hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti? (w14 5/15 14-15 key. 14-16)

    • Mat 7:28, 29—Namoonni hedduun barumsa Yesuusiin kan tuqaman akkamitti? maaliifi? (“baayʼee dinqisiifatan,” “akkaataa inni itti barsiise,” “akka barsiisota seeraatti utuu hin taʼin” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 7:28, 29)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 6:1-18

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Yaada maree fakkeenya taʼu irratti kennameen jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Yaada maree fakkeenya taʼu irratti kennameen jalqabi. Namni ati jalqaba haasofsiiste mana hin jiru; kanaaf kan balbala siif bane fira isaa ti.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachisee booda irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 118

  • “Yaaddaʼuu Keessan Dhiisaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barumsa Fakkeenya Yesuus Dubbaterraa Argamu—Simbirrootaa fi Abaaboowwan Ilaalaa jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 17 key. 1-9

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 67 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi