LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Waxabajjii ful. 6
  • Waxabajjii 25–Adoolessa 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 25–Adoolessa 1
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Waxabajjii ful. 6

Waxabajjii 25–Adoolessa 1

LUQAAS 4-5

  • Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa”: (Daq. 10)

    • Luq 4:1-4—Yesuus hawwii fooniitiin hin mooʼamne (w13 8/15 25 key. 8)

    • Luq 4:5-8—Yesuus hawwii ijaatiin hin gowwoomfamne (w13 8/15 25 key. 10)

    • Luq 4:9-12—Yesuus gocha isaatiin namoota ajaa’ibsiisuuf hin qoramne [Viidiyoo Fiixee Gamoo Mana Qulqullummaa jedhu taphachiisi.] (nwtsty-AM miidiyaa; w13 8/15 26 key. 12)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 4:17—Yesuus Dubbii Waaqayyoo sirriitti akka beeku kan argisiisu maali dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 4:25—Hongeen bara Eliyaas ture waggaa hammamiitiif ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 4:31-44

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Achiis kaardii teessoo JW.ORG kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, akkasumas barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 28

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 28

  • “Kiyyoo Weebsaayitiin Hawaasaa Qabu Irraa Of Eeggadhu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Weebsaayitii Hawaasaa Yeroo Fayyadamtu Hubannaa Qabaadhu jedhamu taphachiisi (DARGAGGOOTA jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 7

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi