Amajjii 7-13
HOJII ERGAMOOTAA 21-22
Faarfannaa 55 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fedhiin Yihowaa haa Raawwatamu”: (Daq. 10)
HoE 21:8-12—Kiristiyaanonni hidhata Phaawulos taʼan rakkina isa irra gaʼu waan dhagaʼaniif, gara Yerusaalem akka inni hin deemne isa kadhatan (bt-AM 177-178 key. 15-16)
HoE 21:13—Phaawulos murtoo fedha Yihowaa raawwachuuf godhetti cichee itti fufeera (bt-AM 178 key. 17)
HoE 21:14—Obboloonni murtoo Phaawulos godhe yommuu argan isa mormuu dhiisan (bt-AM 178 key. 18)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
HoE 21:23, 24—Kiristiyaanonni Seera Musee jala erga hin jiraannee, jaarsoliin Yerusaalem jiran Phaawulosiif qajeelfama kana kan kennan maaliifi? (bt-AM 184-185 key. 10-12)
HoE 22:16—Phaawulos cubbuu isaa irraa dhiqamuu kan dandaʼe akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 21:1-19 (th qoʼannaa 5)a
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ittiin Lixa Gaarii jedhamu taphachiisi, achiis birooshura Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi jedhamu qoʼannaa 1 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w10 7/1 25 key. 2-26 key. 2—Mata duree: Kiristiyaanonni Guyyaa Sanbataa Kabajuu Qabuu? (th qoʼannaa 1)b
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Akkaataa Itti Ijoollee Keenya Guddisnu Nu Barsiiseera”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 34
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa