LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 7
  • Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Qarshii Hojii isaaniitiif Barbaachisu Eessaa Argatu?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Yihowaadhaaf Kennaa Akkamii Kennuu Dandeenya?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 7
Obboleettii moobaayilii qabattee jirtu takka

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata

Lammaffaan Qorontos 9:7, “Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf, namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin, akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu” jedha. Yeroo ammaatti hojii Dhugaa Baatota Yihowaa biyya keessattis taʼe addunyaa maratti raawwatamu deggeruuf malawwan mijatoo intarneetiidhaan buusii gochuu itti dandeenyu adda addaan jiru.

VIIDIYOO AKKAATAA MEESHAA ELEKTIROONIKSIITIIN BUUSII GOCHUU ITTI DANDEENYU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Tableetii fi moobaayilii jw.org argisiisaa jiran

    Filannoowwan biyyaa keenya keessatti buusii gochuuf nu gargaaran beekuuf odeeffannoo isaa eessaa argachuu dandeenya?

  • Hiriyoota gaaʼelaa waaʼee kennaa karooraan godhamuu mariʼachaa jiran

    Namoonni tokko tokko meeshaa elektirooniksiin buusii gochuudhaan faayidaa kan argatan akkamitti?

  • Mallattoowwan malawwan buusii

    Karaawwan buusii gochuu itti dandeenyu tokko tokko kamfaʼi?

  • Obboleessi dargaggeessi tokko obboleessa maanguddoo taʼe tokko meeshaa elektirooniksiitiin akkamitti buusii gochuu akka dandaʼu itti argisiisaa jira

    Malawwan elektirooniksii haaraa taʼan kanatti akkamitti itti fayyadamuu akka dandeenyu hin beeknu yoo taʼe maal gochuu dandeenya?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi