LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 8
  • Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Yihowaadhaaf Kennaa Akkamii Kennuu Dandeenya?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 8
Dubartiin abbaan manaa jalaa duʼe takka saantima xixinnoo buusii gochuuf jettu ilaalaa jirti.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’

Saantimni dubartiin abbaan manaa irraa duʼe sun buusii goote, nyaata xinnoo tokko bituuf illee hin gaʼu ture. (w08 4/1 ful. 20 key. 1-3 ilaali.) Haa taʼu malee, buusiin goote qophii Yihowaatiif jaalalaa fi dinqisiifannaa guddaa akka qabdu kan argisiisu ture. Kanaan kan kaʼes, kennaan ishii Abbaa ishii isa samii biratti gatii guddaa qabaachuu dandaʼeera.—Mar 12:43.

VIIDIYOO ‘KENNAA YIHOWAADHAAF KENNAMU’ JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Fakkii viidiyoo ‘Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu’ jedhamu irraa fudhatame. Buusiin walitti qabamu gamoowwan hojii tiʼookraasiitiif oolan ijaaruuf hojii irra oola.

    Buusiin nuyi goonu sochiiwwan akkamiitiif deggersa taʼa?

  • Fakkii viidiyoo ‘Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu’ jedhamu irraa fudhatame. Intalli xinnoon takka Galma Walgaʼiitti saanduqa buusii keessatti buusii gochaa jirti.

    Buusiin goonu xinnoo fakkaatu illee gatii guddaa kan qabu akkamitti?

  • A Fakkii viidiyoo ‘Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu’ jedhamu irraa fudhatame. Fakkiiwwan garaa garaa: Qarshiin buusii godhamu hojii Mootummichaa addunyaa maratti raawwatamuuf hojii irra oola. 1. Hojii Betʼel. 2. Manneen barumsaa Tiʼookraasii. 3. Hojii gargaarsa yeroo balaan uumamutti raawwatamu. 4. Ijaarsa gamoowwan hojii tiʼookraasiitiif oolan. 5. Walgaʼiiwwan gugguddaa.

    Karaa buusii gochuun itti dandaʼamu ilaalchisee, filannoowwan naannoo jiraannuuf taʼan beekuu kan dandeenyu akkamitti?—Saanduqa “Intarneetii Irraa Caalaatti Baradhu” jedhu ilaali.

INTARNEETII IRRAA CAALAATTI BARADHU

Gara dhumaa fuula jalqabaa JW Library irraa “Buusii” kan jedhu cuqaasi. Biyya ati jiraattu irratti hundaaʼee, liinkiin dabalataa dookmantii “Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman” jedhutti geessu jiraachuu dandaʼa; dookmantiin kun gaaffiiwwan waaʼee buusii yeroo baayʼee gaafatamaniif deebii kenna. Viidiyoon Akkaataa Meeshaa Elektirooniksiitiin Buusii Gochuu Itti Dandeenyu jedhus, karaawwan buusii gochuun itti dandaʼamu ilaalchisee odeeffannoo gaarii kenna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi