LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 3
  • Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Kennaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 3
Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleessi tokko saanduqa buusii keessa qarshii buusaa jira. 2. JW Box. 3. Obboloonni iddoo viidiyoo itti waraaban qoqqopheessaa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna

Gumiin Tasalonqee utuma rakkina keessa jiruu obboloota isaatti jaalala argisiiseera. (2Ta 1:3, 4) Sabni Yihowaa yeroo harʼaa jiranis waldaa obbolummaa addunyaa maraatiif jaalala akkasii argisiisaa jiru. Mata dureen jw.org irratti walitti aansee baʼuu fi “Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa kan Jiru Akkamitti?” jedhu buusiin gootan obboloonni yeroo rakkinni isaan mudatutti akkamitti akka isaan gargaaru ibsa. Jaalala keessanii fi deggersa arjummaadhaan gootaniif isin galateeffanna.

VIIDIYOO ‘YEROO HUNDA WAAʼEE KEESSANIIF WAAQAYYOON NI GALATEEFFANNA’ JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

• Buusiin keenya hojiiwwan akkamiitiif deggersa godha?

• Karaa gaariin obboloota rakkina keessa jiraniif deggersa maallaqaa itti goonu isa kami?—Mata duree jw.org irra jiruu fi “Wanti Isaan Irraa Hafe Hirʼina Warra Kaanii Guuteera” jedhus ilaali

INTARNEETII IRRAA ODEEFFANNOO DABALATAA ARGADHU

Hojii Dhugaa Baatota Yihowaa deggeruuf fedhiidhaan buusii gochuu kan dandeessu akkamitti? Gajjallaa fuula jalqabaa appilikeeshinii JW Library irraa liinkii “Buusii” jedhu cuqaasi. Biyyoota hedduutti liinkiin gara “Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman” ykn (FAQ) jedhutti geessu jira; liinkiin kun gaaffiiwwan namoonni hedduun waaʼee buusii gaafataniif deebii kenna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi