LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 3
  • “Kennaa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Kennaa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 3
Obboleettii maanguddoon takka taableetii ishiitti fayyadamtee intarneetiidhaan buusii gochaa jirti. Suuraawwan garaa garaa: Karaawwan buusiin keenya hojiirra itti oolu garaa garaa. 1. Hojii maxxansaa Beetelitti hojjetamu. 2. Manneen barumsaa tiʼookraasii. 3. Lallaba addabaabayii. 4. Hojii ijaarsaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Kennaa”

Yesuus arjummaan namarraa namatti darbuu akka dandaʼu dubbateera. (Luq 6:38) Kennuu amaleeffachuun kee obboloonni fi obboleettonni kees gaarummaa fi arjummaa akka argisiisan kakaasuu dandaʼa.

Gammachuudhaan kennuun kutaa waaqeffannaa keenyaati. Yihowaan namoota Kiristiyaanota gargaarsi barbaachisutti arjummaa argisiisan ni ilaala, isaan eebbisuufis waadaa galeera.—Fak 19:17.

VIIDIYOO KENNUU KEESSANIIF ISIN GALATEEFFANNA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARGAMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Buusiin gootan obbolootaa fi obboleettota keessan gargaaruuf hojiirra oolaa kan jiru akkamitti?

  • Wanti kenninu guddaas taʼe xinnaa kennuu keenya itti fufuu kan qabnu maaliifi?—Mata duree jw.org irratti argamuu fi “Wanti Isaan Irraa Hafe Hirʼina Warra Kaanii Guuteera” jedhu ilaali.

INTARNEETIIRRAA CAALAATTI BARADHU

Hojii Dhugaa Baatota Yihowaa deggaruuf fedhiidhaan buusii gochuu kan dandeessu akkamitti? Fuula kaʼumsaa appilikeeshinii JW Library® irraa liinkii “Buusii” jedhuu fi gara gadiitti argamu tuqi. Biyyoota hedduu keessatti liinkii Gaafilee jedhuu fi dookmantii Buusiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaatiif Godhaman—Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman jedhutti geessu argachuu dandeessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi