Amajjii 20-26
UUMAMA 6-8
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Inni Akkuma Kana ni Raawwate”: (Daq. 10)
Uma 6:9, 13—Noh inni qajeelaa ture namoota hamoo taʼaniin marfamee jiraata ture (w18.02 4 key. 4)
Uma 6:14-16—Hojiin ulfaataa taʼe Nohiif kennamee ture (ia 22 key.12)
Uma 6:22—Noh Yihowaa irratti amantii qabu argisiiseera (w11 9/15 18 key. 13)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 7:2—Bineeldota qulqulluu taʼanii fi qulqulluu hin taane gargar baasuuf wanti akka buʼuurratti tajaajilaa ture maal taʼuu dandaʼa? (w04-AM 1/1 29-30 key. 7)
Uma 7:11—Bishaan yeroo Bishaan Badiisaatti ture eessaa kan dhufe taʼuu dandaʼa? (w04-AM 1/1 29 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 6:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼistuun tun dubartii haasofsiistu sana 1 Yohaannis 4:8 irratti akka yaaddu kan goote akkamitti? Babalʼistoonni lamaan kun wal gargaaraa dhugaa kan baʼan akkamitti?
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Waaqeffannaa Maatii: Noh Waaqayyoo Wajjin Deddeebiʼeera: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Warri viidiyoo kana irratti argaman ijoollee isaanii barumsawwan hojii irra oolan barsiisuuf seenaa Nohitti kan fayyadaman akkamitti? Yaadawwan gaggaarii waaqeffannaa maatii keessan irratti itti fayyadamuu dandeessan akkamii argattaniittu?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 83
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 108 fi Kadhannaa