LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 4
  • Ebla 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 4

Ebla 13-19

UUMAMA 31

  • Faarfannaa 112 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yaaqoobii fi Laabaan Kakuu Nagaa Walii Galan” (Daq. 10)

    • Uma 31:44-46—Yaaqoobii fi Laabaan tuullaa dhagaa ijaaran irratti nyaata ni nyaatan (it-1-E 883 key. 1)

    • Uma 31:47-50—Bakka sanas Gaalʼed fi Miisphaadhaas jedhanii moggaasan (it-2-E 1172)

    • Uma 31:51-53—Nagaa uumuuf waliif kakatan

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 31:19—Raahel Waaqa tolfamaa (taraafiim) abbaa ishii kan hatte maaliif taʼuu dandaʼa? (it-2-E 1087-1088)

    • Uma 31:41, 42—Fakkeenyi Yaaqoob hojjechiistota “gammachiisuun ulfaataa taʼe” wajjin haala wal qabateen maal nu barsiisa? (1Ph 2:18; w13 3/15 21 key. 8)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 31:1-18 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼistuun tun ergaa caqasichaa ifa kan goote akkamitti? Deddeebii gaaffiif haala kan mijeessite hoo akkamiitti?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 4)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Misiraachoo jedhamu erga kenniteefii booda, barumsa 5⁠ffaa irratti hundaaʼuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 77

  • Warra Karaa Hafuuraa Qabbannaaʼan Jajjabeessaa: (Daq. 20 ykn isaa gad) Haasaa jaarsa gumiidhaan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Hoolota Isaa ni Kunuunsa jedhamu taphachiisi. Achiis birooshura Gara Yihowaatti Deebiʼi jedhamu fuula 14 irraa qabxiiwwan muraasa miira hoʼaadhaan dubbadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq 30) jy boq. 93

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi