LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 4
  • Yaaqoobii fi Laabaan Kakuu Nagaa Walii Galan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaaqoobii fi Laabaan Kakuu Nagaa Walii Galan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaaqoob Gara Kaaraan Dhaqe
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • “Mootummaa Lubootaa” Ni Taatu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Yihowaan Kakuu Haaraan Akka Hundeeffamu Dursee Raajii Dubbateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 31

Yaaqoobii fi Laabaan Kakuu Nagaa Walii Galan

31:44-53

Yaaqoobii fi Laabaan tuullaa dhagaa kan dhaaban maaliifi?

  • Namoonni karaa sanaan darban hundi kakuu nagaa isaan galan akka yaadataniif mallattoo taʼee tajaajileera

  • Kakuu nagaa galan kana eeguu fi dhiisuu isaanii Yihowaan akka ilaalu isaan yaadachiisa

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Obboleettonni lama Galma Walgaʼii keessatti aariidhaan wal ilaalaa jiru. Duubaan immoo obboloonni kolfaa fi haasaʼaa jiru. 2. Obboleettonni jalqabaa lamaan sun kaaffee keessa taaʼanii buna dhugaa waliin taphachaa jiru. Minjaala irra kennaa fi Kitaabni Qulqulluun jira.

Yeroo harʼaattis, Yihowaan saboonni isaa walitti dhufeenya gaarii taʼe akka qabaatan barbaada. Tarkaanfiiwwan sadan kun nagaa qabnu eeggannee jiraachuuf ykn nagaa booraʼe deebisuuf kan nu gargaaran akkamitti?

  • Ifatti waliin dubbachuu.—Mat 5:23, 24

  • Tola dhiifama waliif gochuu.—Qol 3:13

  • Obsa qabaachuu.—Rom 12:21

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi