LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 5
  • Ebla 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 5

Ebla 20-26

UUMAMA 32-33

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Eebba Argachuuf Walʼaansoo Gochaa Jirtuu?”: (Daq. 10)

    • Uma 32:24—Yaaqoob maleekaa tokko wajjin walʼaansoo qabeera (w16.09 9 key. 6)

    • Uma 32:25, 26—Yaaqoob hamma eebba argatutti utuu abdii hin kutatin walʼaansoo qabeera (it-2-E 190)

    • Uma 32:27, 28—Yaaqoob obsa argisiiseef eebba argateera (it-1-E 1228)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 32:11, 13-15—Carraaqqii cimaa Yaaqoob nagaa uumuuf godhe hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w10 6/15 22 key. 10-11)

    • Uma 33:20—Yaaqoob iddoo aarsaa kana “Waaqayyo, Waaqayyo isa kan Israaʼel” jedhee kan moggaase maaliifi? (it-1-E 980)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 32:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Elsaan dhugaa baʼiinsa sirrii fi amansiisaa taʼe kan kennite akkamitti? Elsaa fi Maartaan yommuu dhugaa baʼan qindoominaan kan hojjetan akkamitti?

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 16)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 35

  • “Wantin Hunda Caalaa Iddoo Guddaa Kennuuf Maali Dha?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Galmawwan Hafuuraa Irratti Xiyyeeffachuu Keenya Itti Fufuu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq 30) jy boq. 94

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 47 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi