Caamsaa 18-24
UUMAMA 40-41
Faarfannaa 8 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Yoseefiin Oolcheera”: (Daq. 10)
Uma 41:9-13—Yoseef Faraʼoon duratti xiyyeeffannaa argate (w15-AM 2/1 14 key. 4-5)
Uma 41:16, 29-32—Yihowaan, Yoseef abjuu Faraʼoon arge akka hiiku isa gargaareera (w15-AM 2/1 14-15)
Uma 41:38-40—Yoseef, Faraʼoonitti aanee bulchaa Gibxii lammaffaa taʼeera (w15-AM 2/1 15 key. 3)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 41:14—Yoseef, Faraʼoon duratti dhihaachuu isaa dura rifeensa isaa kan haaddate maaliifi? (w15-AM 11/1 9 key. 1-3)
Uma 41:33—Akkaataa Yoseef Faraʼoonitti dubbate irraa barumsa akkamii arganna? (w09 11/15 28 key. 14)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 40:1-23 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Hiriyoonni gaaʼelaa kun deddeebii gaaffii kanaaf akka waliin qophaaʼan wanti argisiisu maali dha? Babalʼisaan kun caqasicha ifa kan godhe akkamitti?
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Jalʼina Haqaa Isin Irratti Raawwatamu Dandamachuudhaan Fakkeenya Yoseef Hordofaa: (Daq. 6) Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Yeroo Yakki Si Irratti Raawwatamu Jabaadhuu Dhaabadhu jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi. Achiis ijoollee xixinnoo gara waltajjiitti affeeruudhaan gaaffiiwwan armaan gadii isaan gaafadhu: Kaalebii fi Soofiyaa irratti wanti sirrii hin taane akkamii raawwatameera? Seenaa Yoseef irraa hoo barumsa akkamii argataniiru?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 9)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 98
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 18 fi Kadhannaa